Milishaan Sirna PP
1. Dargaggoota baadiyyaa irraa gara Magaalaa deemaan daandii gurguddaa Magaalaa Seenuu irratti qabaa jiru.
2. Namoota Hospitaala keessatti nama dhukkubsatu bira jirus qabaa jiru.
3. Barattoota kuta 12 qoramanii qabxiin jalaa hafte yeroo isaan tiranskirptii fudhachuuf gara mana baranoota deemaan mana barnoota keessa taa'anii adamsaa jiru akkasumas ganda keessa deemuun adaamsa jiru.
4. Barattoota kollajjii gara garaa irraa maatii ilaaluuf maatii bira deemaanis qabanii gara Adda Waraanatti guuraa waan jiraaniif ofeeggannoo godha.