☔️🪴☘CIDHA MOO GAA'ELA?
🟣🟣🟣🌹🌹🌹🌹🌹🌹☘☘☘
Waaqayyo Namicha jalqabaaf cidha moo Gaa'ela hundeesse? Yeroo baayye addunyaa Gaa'elaatti seenuf yeroo yaadan kan dursee yaada namaa keessa dhufu cidha qopheessudha. Nyaataf dhugaati, konkolaata abaaboon faayamee misirrootaa fi amaamota baate jiru, firaaf alagaa walitti yaa'e nyaate dhuguu fi kennaa maatin lamaan waliif kennantuu gaa'ela aguuge yaada namaa keessa dhufa. Hub. Gaa'ela fi Cidha tokko godhanii yaadun gowwummaa dha. Gaa'ela waaqayyootu qopheessa, Cidha qarshii fi namatuu qopheessa, Gaa'elli ijaaramuuf yeroo dheera fudhata, cidha garuu qarshiin jiraannan harra jalqabani harra qopheessuun ni danda'ama. Gaa'elli karoora waaqayyooti ciini karoora namaati, Cidhatti namatu wal waama, Gaa'elatti waaqayyootu nama waama. Hiika jara kana lamaani tokko godhanii ilaaluun addunyaa gaa'elaa keessa waan nama baasuf gaa'ela sodaatani yeroon jireenya waaqayyoon hin gammachifne jiraatan baayyedha. Fedha namaa dhiisani fedha waaqayyoo raawwachuun eebbifa muudha . Waa murteeffadhu!
Jettuun jecha hin dhabdu ati hojii kee hojjedhu!
https://t.me/haadhamanaaogeetti🌼🌸🌸🌼🌸🌸🌼🌼🌼🌼🌼❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹