Haadha manaa Ogeetti!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Dubartoonni baayyen dubarti gaari dha malee haadha manaa gaari miti.
Dubartonni haala jireenya isaanitin:
1, Dubartii Gaari qofa
2, haadha manaa gaari qofa
3,dubartii gaari; akkasumas haadha manaa gaari.
4, haadha mana gaaris dubartii gaaris kan hin taane.
Ta'anii jiraatu. Qabxii madaalli kana hawaasa fi abbaa manaa isaani biraa qabu.
🛌🛌🛌🛌🛌🛌🛌🛌🛌
1👉Dubartii gaari qofa. Dubartii gaarii qofaa kan jennu, hawaasa naanno isheetin qabxii madaallii isheef galmaa'eenidha.
🙌🙌🙌🙌 Bakkee keessatti kan akka ishee hin jiru. Hawaasa naanno ishee keessatti jaallatamuudhaf baayye dhamaati.
😩Mana keessa immoo abbaa manaa abidda irra keesse buddeena itti bilcheessiti.
😌Boqonnaa malee jiraachifti. Mullatee Dubbi ta'ee jaarsummaatin akka hin hiikamne jallinni ishee irratti beekamuu dhiisu danda'a.
😂Yoo barbaachisaa ta'e ijoolle ishee of duuka buuste abba manaa ishee acuucci.
🤭Kabaja hin laattuf,
😂akka ijoollen abbomamanif hin gootu,abbaa gaari miti jettee ijoolle isheetti himti.
😂ollaattis ta'u hawaasa keessatti maqaa isaa kaasu hin barbaaddu.
👴utuu isheef danda'amee hooggansa maati fudhachuudhaf waan hundumaa dura fiigde murteessu yaalti.
👎👎👎Dubartiin akkasii haadha manaa gaari miti. Garuu akka iddii bakkeedhaan qofa waan bareedduf hawaasa keessatti dubarti gaari jedhamu dandeessi. Hiddii bakkee malee keessi ishee bareeda miti. Abbaan manaa ishee garaan isaa gubachuu irra darbee, hiriyaa isaa kan baayye jaallatutti boo'e hamma ishee himatutti miidhamee jiraata. Isheen akkasi kun haadha manaa ogeetti miti.
🙅🙅♂🙅♂🙅🙅🙅🙅♂🙅♂🙅♂🙅♂🙅🙅♂🙅🙅♂🙅🙅🙅♂🙅🙅♂🙅🙅♂🙅♂🙅♂🙅♂🙅♂🙅♂🙅♂🙅🙅🙅
2, haadha manaa gaari qofa. Isheen kun abbaa manaa ishee qofaaf gaaridha. Namni biraa isheef waayyu miti. Fira jaallachuu fi rakkoo isaani qooddachun isheedhaaf ba'aa ulfaatadha. Yoo barbaadde fira abbaa manaa iyyuu loltee of irraa faccisuuf hin saalfattu. Hawaasni naannoo ishee qucaacummaa ishee kana irratti waan beekaniif, waan baayyee irraa hin abdatani. Yoo abbaan manaa firaaf waan gaari tokko godhe abba manaa ishee ni adabdi.mana isheef dhama'achuu ni jaallatti. Jireenya hawaasummaa baayye hin qabdu. Namoonnis kan waliin jiraatan ishee jaallatanii utuu hin taane sodaatani ykn abbaa manaa ishee kabajanii ta'uu danda'a.Abbaan manaa ishee nama biraaf ykn maati isaaf illee garaan isaa jibbaan akka guutu jechoota dubbii kaasan dudubbachuu ni jaallatti. Jibbaa uumudhaan baayye gammaddi. Isheen kunis haadha manaa ogeetti miti.
3,
Itti fufa