Nama shan taanee konkolaataa tokko seenne!
* Tokko qumxaa uffata loqoda Faannoo haasa'a
* Tokko haadha manaa lama qaba loqoda KFO haasa'a
*Tokko Ampuuliif dim-light gurgura loqoda PP haasa'a
* Tokko rifeensi isaa dheeraadha loqoda ABO haasa'a
* Ani uummata, calliseen dhaggeeffadha.
Warra wacu caalaa isa dhaggeeffatu akka sammuun isaa dhukkubu har'aan ofirratti arge. Isayyuu waa'eema koo haasa'uu irratti dabaree wal dhorku. Daqiiqaama tokko akkan hin haasofneefis dabaree na dhorkatani. Waca baayyeef imala yeroo dheeraa booda, akkuma wacaaf wal daddarbannaan isaanii baay'achaa deemen sammuun koo na dadhabe; qaamni koos na adoode. Amma loqoda isaanii illee adda baafachuun dadhabe.
Dhumarratti garuu, xiqqoo xiqqoo nan yaadadha namtichi inni tokko yeroo inni haadha manaa isaa waliin sokke. Jarootuma sana keessaa namni lama wal hammatanii yeroo isaan deemanis argeera. Namtichi tokko inni qofaatti hafes karaa biroo irra yeroo inni qofaa isaa deemu arguu koo nan yaadadha. Anis Dhumarratti qofaatti hafuu koo xiqqoo xiqqoo nan yaadadha. Garuu, lafan ga'es; eessa akkan jirus hinbeeku. Waa'eema koo irratti an raata'e. Akkasiin waliin wal na wallaalchisani!
Loqodaafi loggomaa!
Post Facebook Danu Damto tin Hiika Jaaba🥺
Share➬ @qoosaa_oromoo