Репост из: Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
'Stride Ethiopia' ኤክስፖ መጀመር በቅርቡ በአይሲቲ ፓርክ በነበረን ጉብኝት እንደተመለከትነው ሁሉ በአይሲቲ ዘርፍ ትልቅ እና ተስፋ ሰጪ ጅምር ነው። ይህ ሁነት ለቴክኖሎጂ ፈጠራ እና እድገት ያለንን ፅኑ ቁርጠኝነት የሚገልጥ፤ ኢትዮጵያ ወደ ዲጂታል ዘመን በምታደርገው ጉዞ ያላትን አቅም እና ታላቅ ምኞት የሚያሳይ ነው።
Jalqabamuun Eksipoo 'Stride Ethiopia' akka daawwanna dhiyeenya kan Paarkii 'ICT' tti gooneen ilaaletti damee 'ICT' tiin jalqabbii guddaafi kan abdii namatti horudha. Taateen kun kutannoo cimaa kalaqaafi guddina teknooloojiif qabnu kan agarsiisu, akkasumas adeemsa Itoophiyaan gara bara dijitaalaatti gootuun humnaafi hawwii guddaa qabduu kan mul'isudha.
The launch of the ‘Stride Ethiopia’ Expo marks a significant and hopeful beginning for our ICT sector, a promise that was clearly evident during my recent visit to the ICT Park. This event underscores our commitment to technological innovation and growth, reflecting the potential and ambition that characterize Ethiopia's journey into the digital age.