#mother
Wolaloo Haadhaa
Gorsituu qoorsituu
Madda Jiruu kiyyaa
Dandeessuu obsituu
Giiftii haadha biyyaa
Harmeekoo harmanii
Gootittii jaalalaa
Gara bal’eettiikoo
Toltuu keessaaf alaa
Addunyaa jiruukoo
Wabii gaafa dhiphuu
Qixxeekee hiriiree
Naaf hin gitu dhibbuu
#mylife #wolaloo
☔️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☔️
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
☔️🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋☔️
Wolaloo Haadhaa
Gorsituu qoorsituu
Madda Jiruu kiyyaa
Dandeessuu obsituu
Giiftii haadha biyyaa
Harmeekoo harmanii
Gootittii jaalalaa
Gara bal’eettiikoo
Toltuu keessaaf alaa
Addunyaa jiruukoo
Wabii gaafa dhiphuu
Qixxeekee hiriiree
Naaf hin gitu dhibbuu
#mylife #wolaloo
☔️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☔️
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
☔️🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋☔️