#2 ✍️
➗ Xinsammuu 02 🟣
➊. Akka addunyaatti yaadi akka naannootti hojjedhu!
➋. Dhalli namaa wanta haaraa argannoo dhaan yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu ta'ee, garuu ofii isaatii uumamuu yoo irraanfatu immoo kan nama gaddisiisu dha!
➌. Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane sammuu hin yaanne baachuu dha!
➍. Yoo rakkoon si mudate rakkoo si mudate sanaaf yaadda'uu osoo hin taane akkaataa rakkoo si mudate sana keessaa itti baatu yaaduu qabda!
➎. Wal beekuu irra waliif beekuu wayya!
@xinsammuu1 💥