#4 ✍️
➗ Xinsammuu 04 🟣
➊. Irra caalatti kan dinqisiifatamuu qabu namoota addeessa irra qubatan osoo hin taane namoota akkaataa isaan addeessa irratti itti quphatan barsiisanii dha!
➋. Addunyaan kun sirraa waan tokko eegdi waan ta'eef waan garii tokko hojjedhu!
➌. Kaayyoo ofii galmaan gahachuuf dhama'uun har'aaf dhandhamni isaa hadhaa'aa dha, boru firii fi dhandhamni isaa mi'aa dha!
➍. Wanti calaqqisu hundi warqii sitti hin fakkaatin!
➎ Jiraachuuf nyaadhu malee, nyaachuuf hin jiraatin!
@xinsammuu 🍒