#18 ✍️
➗ Xinsammuu 18 🟣
1. Akka addunyaatti yaadi akka naannootti hojjedhu!
2. Dhalli namaa wanta haaraa argannoo dhaan yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu ta'ee, garuu ofii isaatii uumamuu yoo irraanfatu immoo kan nama gaddisiisu dha!
3. Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane sammuu hin yaanne baachuu dha!
4. Yoo rakkoon si mudate rakkoo si mudate sanaaf yaadda'uu osoo hin taane akkaataa rakkoo si mudate sana keessaa itti baatu yaaduu qabda!
5. Wal beekuu irra waliif beekuu wayya!
@xinsammuu1 💥