KUTAA 102✍️
🌹👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#Dhaloota_Akka_Fakkaattii_Waaqayyootti_Uumamee_Deebi'ee_Waaqayyoon_Wallaale.
✍️Dhalli nama uumama hundumaa irraa waan ittiin adda bahu tokko qaba, Innis akka bifa Waaqayyoo isa gatii qabeessaatti uumamuu isaati.
✍️Dhalli namaa Uumama addunyaa kanaa bituuf aboo guddaa eenyu illee irraa fudhachuu hin dandeenye tokko qaba.
💪Kana immoo kan namaaf kenne, uumaa akka fakkaattii isaatti nama uumedha.
Ati akka fakkaattii Waaqayyootti waan uumamteef gatii guddaa qabda, kanaafuu gatii ofitti godhi
✍️Dhalli namaa erga uumamee kaasee baayyee rakkisaa fi sodaachisaadha.Sababiin isaa sammuu yaaduu danda'u sababii qabuufidha.
👉Dhalli namaa kun sababii uumama hundumaa irraa sammuu gatii guddaa qabu Waaqayyo keessa isaatti uumeef, yeroo hundumaa sammuu Waaqayyo keessatti uume kana xuraa'ummaadhaan balleessuun uumaa isaa uumamatti fakkeessa.
✍️Macaafa qulqulluu kana keessa deemtanii yoo dubbiftan kan akka nama Waaqayyoon tuffatu hin jiru.
Uumamni uumaa isaa dagachuu irraan kan ka'e Waaqayyo hamma nama uumuu isaatti illee gabbutti ta'ee tureera.
✍️Dhaloonni uumaa isaa dagachuu caalaatti slphinni guddaan hin jiru waan ta'eef, uumaa ulifnaaf nu uumeef akka ta'utti jiraachuu qabna.
❤️Kanuma hunda keessaa immoo uumaan baayyee uumama isaa jaallata, kanaaf uumama bade kana deebisuuf ilmasaa Yesuusiin gara biyya lafatti ergee gatii keenya hundumaa isarra kaa'e.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhaloonni gaafa Waaqayyoon(Uumaa)wallaalu maal ta'a?
✍️ Ogeessa utuma ofiin jedhuu gowwaa ta'a
✍️ Salphina tti kennama.
✍️Uumaa dhiisee uumamaaf sagada.
✍️Hamaa fi sassataa ta'a.
✍️Gara hinaafatti sammuun isaa deebi'a.
✍️lolaa fi jibbaan guutamee jiraata.
✍️Ammayyummaa fakkeessee waan lubbuu isaa balleessu hojjeta.
✍️Odeessaa fi hamataa ta'a.(Qoosaa fi oduu)waa'ee hin baafne kumtaalaan biraa argatta.
✍️Qalbii hin qabu hin fiiga malee, jireenyi immoo fiigicha qofa osoo hin taane gara itti fiigan beekuudha.
✍️Waan dubbatu hin filatu, waan arge dubbata.
✍️Jaalala tti diina ta'a. (Jireenyi jaalala malee gatii hin qabu.
✍️Dhaloota dhugaaf, dhugaan jiraataniif dhagaa guufannaati.
✍️Abdii biyyaa fi waldaa kiristiyaanaa balleessuuf jiraata.
🥰Maaltu furmaata?
❤️Kadhannaa
❤️Dubbii sagalee Waaqayyoo.
❤️Qaroo ogummaa.
✍️Obboleessa koo, ati akka bifa Waaqayyootti, Waqqayyoof waan uumamteef Waaqayyoon beekuun isaaf jiraadhu.
Waaqayyoon kun darbuuf jirti.
👉“Uumamni hundinuu hamma ammaatti akka aaduu fi akka ciniinsifatu in beekna.”
👉“Yaa ijoollee ko, hamma Kristos isin keessatti mul'atutti, hamma isin deebitanii ijoollee koo taatanitti, ani akka dubartii deessuutti nan ciniinsifadha.”
— Gal. 4:19
❤️Hamma dhumaatti dhaabbachuun jireenyaaf hin ta'a🙏
❤️Dammaquun furmaata.
Kan barreesse Obboleessa keessan.Sisaay Yaaddessaa.
#share gochuun dhalootaaf qoodaa.
Na argachuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk