Репост из: DHALOOTA DABAREEN GA'E!
Kan kaa'an badii hin qabu,Ucub ikoo na oolche!
“Waaqayyo gooftaan maccaa isaa wajjin waan tureef, Daawit ittuma fufee jabaachaa in adeeme.”
— 2Sam. 5:10
Yeroo tokkotu namicha Ucuba ykn quufa mormaa dhibee jedhamu qaba ture.Nama namni sodaatu nama kabajamaa waan tureef hattoonni safara Isaatii Isa ajjeesanii sodaa tokko malee Akka namoota saamaniif haala mijeeffachuu barbaadan.Quufni mormaa morma irratti dhiita'ee argama. Guyyaa tokko hattoonni Kun namichi Kun utuunni qofaa isaa deemuu arganii ajjeesanii gatuuf murteessan.Akkuma bira ga'aniin namicha hudhanii qabanii asiif achi daddarbachaa fuudhanii moggaa lafaatti baasanii Billaa(Shukkaa) albee luqqifatanii namicha erga doorsisaniin booda morma isaa keessa waraananii du'eera jedhanii dhiisanii biraa deeman.Namichi takka naasuu keessaa ka'ee qaqqabee gaafa of ilaalu hattoonni sun morma isaa kutan utuu hin taanee Qoofa mormaa(Ucuba) mormaa isaa irra jiru Sana kutanii Namichi dafee Akka fayyuuf haala mijeessaniif....Namichis gammadee akkas jedhe👇
👉Wanti kaa'an badii hin qabu Ucubnikoo na baraare! Jedhe
👌Si'a tokko tokko namootni konkolaataa ati ittin jiruufjireenyakee ooffattu sirkaa fuudhanii ofiisaanif Shufeerii siinimmoo Tasaafaarii(maamila) sigochuu yaadu..Achiin booda gara barbaadanitti si Oofu..Yoo ati Marii konkolaataa keetii itti laachuu didde si jibbu,si hadheessu, maqaa ati hin qabneen si waamu,kanbiraa sitti moggaasu, si kuffisu, sirra deemuu,hamma ati gaggabdee lubbuun sikeessaa baatutti sitti roorrosu....
Nama dhiba🤗
Namni haalli akkasii si mudate yoo jiraatte gammadi.Garuu waan tokko dhaabadhuu adda baafadhu
👉 Waaqayyo siwajjin jiraachuusaa...
Ammagaa sirriitti gammadi!

https://t.me/+n8nZdY2wzoEzN2M0
Nu quunnamuuf 👉@Toliishaa
https://t.me/+n8nZdY2wzoEzN2M0
I wrote it from what I have experienced in my life recently,