Nuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla malee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti. (2 Qor 4:16–18)
✍️❤️Abdii keenya jiraataan Phexros eeru, dhaala hin badne, kan hin xuroofnee fi hin dulloomne samii irratti walitti nuuf kuufamee kan jiruu dha. Dhaala du’aan gonkumaa hin tuqamne, hammeenyaan hin samne, yeroo wajjin kan hin hafne qabna; du’i kan hin dandeenye, cubbuun kan hin dandeenyee fi barri kan itti hin dhumnee dha.
✍️Abdii qabnu kanaaf jiraachuun immoo jireenya keenyatti gatii guddaa godha.
eebbifamaa🥰
Sisay Yadessa
Harar irraa!
https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk