Mul'anni kee si wajjin ati Mul'ata kee wajjin bareedda.
Fakkeessuuf Akkeessuu Yaaluu.
Akka qorattoonni jedhanitti ashaaraan nama hundaa (8Bil) garaagara jedhu. Oromoon immoo akka ebeluuttin sirbaan morma nama jallisa jedha. Ati suma malee nama biraa miti. Namni biraas si ta'uu hin danda'u. Ati ofiima kee bakka buuta. Kana kanan jedheef mul'ata kee beektee mul'ata kee taatee argamuutu sirraa barbaadama malee nama biraa fi mul'ata nama biraa fakkaachuuf yaaluun akka nama bishaan mooyyeetti naqee tumuuti. Jijjiirama addaa fidu hin qabu jechuudha. Sammuun kee mul'ataa fi dandeettii addaan guutuudha. Mul'ata keef yeroo jiraachuu jalqabdu atis mul'ata keen mul'anni kees si wajjin waliin bareeddu. Yoo akkas ta'e akkeessuuf fakkeessuu hin barbaachisu. Akka mul'anni kee barbaadutti hojjetta waan ta'eef. Mul'ata kee jiraachuu yeroo jalqabdu guyyaa hunda gammachuu qabda. Dhiibbaaf rakkina dhufu kamiifiyyuu harka hin laattu. Waan kan kee hin taanetti rakkatta yoo ta'e rakkinoota sitti dhufan jala darbuu hin dandeessu. Mul'ata keen mul'ata keef jiraadhu. Fakkeessuuf akkeessuuf hin rakkatiin. Ati nama cimaa dandeettii fi mul'ata addaa qabdu akka taate beekuu qabda. Gadi of hin buusiin. Bifa Waaqatu namaaf kenna deemsa abbaatu bareechata jedhe jaldeessi jedhee mammaaka Oromoon.
Galatoomaa.
Please add More*
Yoo isinitti tole namoota #add
Positive mind find opportunity in everything.
While negative mind find fault in everything.