A𝙗𝙟𝙪𝙪 𝙠𝙚𝙚 G𝙖𝙩𝙖𝙘𝙝𝙞𝙞𝙨𝙩𝙪𝙪 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙚𝙚𝙜𝙜𝙖𝙙𝙝𝙪!
Ani abjuun qaba jettee yoo dammaqxee kaatu, namni hundi harka siif hin rukutu.
Diinni kee inni jalqabaa sammuu keeti. Sammuun kee akka hin dandeenye haalan sitti hima.
Sammuu kee injifattee yemmuu gadi baatu immoo, qaamonni hedduun ati hamileedhan na simatu jettee eegdu waraana sitti banu. Sanuu nama sitti dhiyaatu irraa mormii guddaan si mudachuu mala. Maatii,hiriyaa,fira ta'uu danda'a.
Yeroo kanatti haalota abjuu keessanitti summii darbatam irraa of eegaa,fagaadhaa. Faallaa isaatiin immoo namoota mul'ata keessan deeggaru waliin oolaa.
Abjuu kee namoota si gatachiisan irraa hin tiksitu taanan,cabdee karaatti hafta. Qaama duubatti si harkisu kamuu irraa citii deemi.
Hamma abjuu fi mul'ata kee galmaan geessutti kutannoo jabaadhan itti fufi. Yoo injifatte hunduu harka siif rukuta,suuraa si waliin ka'a.
maddii kanaan dubbiserraayyi