Amalli daldalaa,jalqaba kasaaraadha,booddeen isaa immoo bu’aadha malee,jalqaba bu’aa ergas kasaaraa miti.
Namni daldala irraa jalqaba bu’aa argatu,isa diikoora hojjatu,itti aanee,isa meeshaalee waajjiraa gurguru, sana booda maanaajaraafi hojjattoota warshaa sanaati.
abbaan qabeenyaa dura baasii guddaa dhangalaasa, bu’aa bahii hedduu keessa darba,dhumarra immoo eenyuuyyuu caalaa galii guddaa argata,yoo warshasn kasaares,akkuma yeroo jalqabaa san,dursa kan miidhamu,warruma osoo qoosu,warshaa kuffise sana taha.
Bultii ijaaruunis,jalqaba baasii garagaraa qaba,mana tolchuu irraa jalqabee,meeshaa manaa guutuu itti aansee,lubbuu nama hedduu nyaachisuufi obaasuun itti fufa,duubarra immoo,bu’aa ilmaaniitiifi firaattu caalee argama.
Barnootnis jalqaba ifaajee guddaa barbaada,halkan taa’anii qayyabachuu irraa eegalee,kufuufi rifachuu qaba,ergas bu’aa gaarii duubaan namaa fida,sana booda immoo,haala gabaabaafi karaa sirrii tahe nama qabsiisa .
Amalli namaas akkasuma,jalqaba namatti tola ooltu malee,jalqaba namaa yaaddu malee,jalqaba lubbuu kee namaa laattu malee,lubbuun siif kennamtu tokkollee hinjiraatu,jalqaba hamatamanii,jimatamanii sana booda faarfamuun itti aana.
Yoooo!!!
Lubbuun funyaaniin nama hin baatu jechuun qoosaa malee,funyaanumaan baati,funyaan nama geennaan funyaan qabachuun hin yaadatamu,qimmiidanii si jabeessan malee,lafaa kaatee jabaa hin taatuu, gatii kaffalii ol bahi.
Madda Rakkoo teennaatiifi madaa saba keennaa, kan Amantii,kan eenyummaatiifi kan namoomaa akkasuma kan hawaasummaa erga beekne,hanga dandeenneen gatii barbaachisu hunda kaffallee furmaatarratti xiyyeeffachuu qabna.
Eeee
Dargaggeessi lafaa dhufaan,kan hamilee qabu hundi fakkeenya barbaada,warri dura lafa arge immoo kallattii sirrii eeruufiin barbaachisaadha, bifa barnoota barachuu qabanii filleefii kallattii qabsiisuun dirqama keenna taha.
Yaaa
Mul'ta qabaachuun Kaayyoo sirrii hammatanii galma yaadan bira gahuuf tarsiimoofi tooftaalee hammayyaatu barbaachisa.
#Baga_milkooftan #Ustaz