“Waaqayyo ofuma isaatii si dura in adeema, sii wajjinis in ta'a, inni si hin dhiisu, si hin irraanfatus; hin sodaatin, hin na'inis!" jedheen.”
— Kes. 31:8
➤Karaa kee waaqayyotti kennitee deemsa jalqabuun, waaqayyo akka si dursuuf heyyamamaa ta'uudha. Fuual dura kee kan jiru, kan si geggeessu waaqayyo yoo ta'e jireenya kee keessatti waan keessa dabartu hundumaaf sodaachuuf, yaadda'uu hin qabdu. Sababiinsaa waaqayyo inni ati amanatte sin dhiisu. Waaqayyos fuula kee dura kan deemu, cina kee kan dhaabatu, si dursuuf, si gargaaruuf yeroo hundumaa si faana jira. Dabalees akka sin dhiisne sagalee isaa kanaan dubbateera. Kanaaf amantiidhaaf garaa guutuudhaan karaa kee isatti kennadhu.