Hiikkaawwaan Armaangadii namoota jaallataniif share Godhaa.
(share share share)
Abiishaalom : Abbaan koo nagaadha.
Abrahaam :Abbaa saba baayye
Ahaab :obboleessa abbaa
Akeldaamaa : lafa dhiigaa
Alaazaar : Gargaarsa waaqayyoo
Amos : nama baa'a qabu
Amaanu'el : waaqayyo nuu wajjin jira
Anbaaqom : wal'aansoo qabuu
Asteer : urjii
Barnaabaas :ilma jajjabeesu
Bersheebaa : boolla bishaan kakuu
Bet'el : mana waaqayyoo
Betlihem : mana budeenaa
Daan :Abbaa murtii
Daaniel : waaqayyo abba murtiiti
Daawit : Jaallatamaa
Deboraa : kanniisa
Eden : qanno (gammachu)
Efreem : horuu
El'ezaar : waaqayyo nu gargaareera
Elsaai : waaqayyon koo fayisaadha.
Eliyaas : waaqayyo gooftadha
Ermiyaas : Waaqayyo ol ol in qaba
Faasika : bira darbuu
Getesemaane : iddoo cuunfaa wayinii
Giilbo'a : burqaa humna qabeesa
Haaleluyaa :Galata waaqayyo
Haanna : Ayaana
Henok : kan of kenne
Hisqiel : waaqayyo ni jajabeesa
Hisqiyaas : waaqayyo humna kooti
Hosaa'inaa : Amma fayisa
Ishmaael : waaqayyo ni dhagaa'a
Isxifaanos : gonfoo
Izraa : gargaarsa
Kaaleb : saree
Lewwi : maxxanuu
Maarta : haadhoo
Maatewos : kennaa waaqayyoti
Miikiyaas : kan waaqayyoon fakkaatu enyu
Milkiyaas : ergamaa waaqayo
Mikael : kan akka waaqayo enyu
Minaase : na irranfachiiseera
Naatan : waaqayyo siif keneera
Natanaael : kennaa waaqayyo
Niiftaalem : walansoo
Obaadiya : hojetaa waaqayyo
Phaawulos : xinnoo
Pheexiros : dhagaa
Rehoobot : iddoo bal'aa
Ruut :, michuu
Saara giiftii
Saamuel : maqaa waaqayyo
Salomee naga qabeeti
Samson : Aduu
Siiloam : isa ergame
Solomoon : nagaa
Uziyaa : waaqayyo humna kooti
Wangeela : oduu gammachiisaa
Ximootewos : waaqayyon ulfeessu
Yididiyaa : waaqayyon birati kan jaalatame
Yisaakor : na gonfe
Yisihaaq : nii kolfa
Yooel waaqayyo waaqa
Yohaanis : Ayyaana waaqayyo
Yoonaatan : waaqayyo ni kenna
Yordaanos :dhangalaa'a
Yooseef haa dabalu
Yoshafex : waaqayyo murteesaadha
Zakaariyaas : waaqayyo ni yaadata
Eeeebbifamaaaaaaa
👉 J O I N ;-
@Sagalee_Farafaanna