“yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti.”
— Er. 29:11
Maqaa gooftaa maqaa iyesuusiitiin torban kun torban injifannoo, torban boojuu, torban yaada waaqayyoo itti raawwattan isiniif ha ta'u!🙏
— Er. 29:11
Maqaa gooftaa maqaa iyesuusiitiin torban kun torban injifannoo, torban boojuu, torban yaada waaqayyoo itti raawwattan isiniif ha ta'u!🙏