Yandoon cubbu roobee
galaanni du'àa guutee.😭
qaqawweesi dukkanas
daçhee kana dhunfate.😭
falli isaas dhabaamee
biyya lafa gubbaarraa.😭
ilmaa Isa nuuf ergee
waaqayyo waaqaarra.🙏
ILMI ISAA IMMOO🥰🥰
duumeessa cubbu saaqe
barii fàyyiina fidee.
ofiisa aarsaa ta'ee
du'a keenya nu didee.
galmee jiréenya bane
Isa addaàm cufée.
addaàm inni lammaffà
jireenya fidee dhufée.🙏🙏
YESUUS🙏🙏🙏🙏
GAARII FI GARRAAMMÍ
MOOTICHA JALAALAA.
CÚBBAMA SIMATTEE
KAN FAYYISTU TOLAA.
HOOLICHA ARAARAA
TOKKICHA HUNDAF DU'E.
WAAQAA FI LAFA GIDDUU
KÀRAA KE NAGAAN BU'E
BAKKALCHA FAYYINAA
DANDIICHA JIREENYA.
GATIÍ LUBBU NAMAA
SÍTTU BAASE BEENYA.
HERREGA ISAA CUFTE
FANNOOTTI RARRATE.
JAALALAN OF LATEE
HUNDUMAA RAWWATE.🙏
@Sagalee_Waqayyoo1join share
galaanni du'àa guutee.😭
qaqawweesi dukkanas
daçhee kana dhunfate.😭
falli isaas dhabaamee
biyya lafa gubbaarraa.😭
ilmaa Isa nuuf ergee
waaqayyo waaqaarra.🙏
ILMI ISAA IMMOO🥰🥰
duumeessa cubbu saaqe
barii fàyyiina fidee.
ofiisa aarsaa ta'ee
du'a keenya nu didee.
galmee jiréenya bane
Isa addaàm cufée.
addaàm inni lammaffà
jireenya fidee dhufée.🙏🙏
YESUUS🙏🙏🙏🙏
GAARII FI GARRAAMMÍ
MOOTICHA JALAALAA.
CÚBBAMA SIMATTEE
KAN FAYYISTU TOLAA.
HOOLICHA ARAARAA
TOKKICHA HUNDAF DU'E.
WAAQAA FI LAFA GIDDUU
KÀRAA KE NAGAAN BU'E
BAKKALCHA FAYYINAA
DANDIICHA JIREENYA.
GATIÍ LUBBU NAMAA
SÍTTU BAASE BEENYA.
HERREGA ISAA CUFTE
FANNOOTTI RARRATE.
JAALALAN OF LATEE
HUNDUMAA RAWWATE.🙏
@Sagalee_Waqayyoo1join share