DHUGAATII NAMA MACHEESSU HIN DHUGIN
Dhugaatiin sammuu hubannoo namaa jijjiira. (Hose. 4:11)
Inni Hojii fooniiti. (Gala. 5:19-21)
Inni Hojii Warra Waaqayyoon hin beekneeti.( 1 Phex. 4:3)
Inni Mootummaa Waaqayyoo nama dhowwa. (1 Qor. 6:10)
Inni Waldaa dhaaf filamuu nama dhowwa.(1 Qor.6:10)
Amala namaa balleessa.( Room.13:13)
Inni Nama Hiyyoomsa. (Fak. 21:17,23:21)
Inni gadduuf madaauuf wayyoo jechisiisuuf sababa. (Fak.23:29-30).
Inni maaddii namootaa Xureessa. (Isa 28:8)
Inni gaiftuu nama godha. (Fak. 20:1)
Inni Hojii Waaqayyoo akka hin safeeffannes nama godha.(Isaa 5:11-12)
Inni of eeggannoo dhabamsiisa. (Luuqaas 21:34).
FAKKEENYA WARRA MACHIIN DOGOGGOREE
Nohi----------------------- seera uum. 9:21
Loox----------------------Seera Um. 19:31-35
Naabaal------------------ 1 Sam.25:36.
Ben-Hadaad------------- 1 Moot.20:16.
Warra Qoroontoos-------- 1 Qor.11:21.
Kana Waan taeef Kristiyaanni dhugaatii nama macheessu dhuguun isaaf hin tauti hin dhugin ,Hin dhugin.
Eebbifamaa