DAMMAQUUN MAALIIF?
A. Dammaqaa waan jedhamneef. Marq.13:33
B.Gooftaan akka hattuutti akka n
nurra hin baaneef. Mul.16:15
C. Badiisi itti hin yaadamin ykn ciniinsuun akka tasaa akka nutti hin dhufneef. 1Tas. 5:3
D.Rakkina guddaa( gidiraa jabaa) jalaa ba'uuf. Mat.24:21; Luq.21:23
E. uffanni keenya akka hin xuroofneef.... Fakk.9:8-9; mul.16:15; mul.3:1-5;18 uffata eeggachuun keessuma uffata adii eggachuun kan mul'isu, jireenya qulqullaa'aa/ adeemsa jireenya hafuuraa Waaqayyoo wajjiinii agarsiisa.
F.Guyyichi sun dingata akka nurra hin baaneef, Luq.21:34
G. Gooftaa Yesuusiin dura dhaabbachuuf humna akka argannuuf. Luq.21:36
H. Raajota Sobdu fi barsiisota sobduudhaan akka hin wallalchifamneef. Mat.24:11
I.Jireenya bara baraa argachuuf. Mul.3:4-5
J. Qoramatti akka hin galleef. Mat.26:41
MAAL IRRATTI DAMMAQNA?
Baricha irratti dammaquu qabna!
1 Barsiisa Soba(Raajota sobaa)
isaan saba ana didanii ka'aaniidha. Warra sobduu, warra abboommii waaqayyoo dhaga'uu hin jaallannedha. Isa.30:9
ija hojii isaaniittiin isaan beektu;... Mat.7:16
Akkuma raajonni Sobduun saba sana giddu turan akkasuma barsiisonni sobdun isin gidduu in jiraatu. Isaan warra utuu irratti hin beekamin barsiisa wanta amanamee irra kaachisee nama balleessu fidanii goofticha isa isaan fure iyyuu gananii ofii isaanii irrattis badiisa ariifachiisaa fidaniidha.
Namoonni baay'eenis gad-dhiisatti jiraachuu isaanii kana duukaa in bu'u; sababii isaaniitiifis karaan dhugaa sun maqaa gadhee in argata. sassata isaaniitiin immoo dubbii mataa keessaa fuudhanii odeessaniin isin irra in nyaatu... 1phex.2:1-3
WAA'EE BARSIISOTA SOBDUU KANAA MACAAFNI QULQULLUUN MAALII JEDHA?
1...hoolaa fakkaachuudhaaf raroo hoolaa uffatanii gara keessan in dhufu.mat.7:15
2... warra hamaa hojjettanii mat.7:23
3...of hin arginee mat.15:7
4...Dubbii gurra namatti tolee garii fakkatuun garaa namoota garramotaa in gowwoomsu. Rom.16:18
5...warra. yaada foonii duukaa bu'anii 1Qor 3:1