#Daandiin_ganamaa_daandii_milkii sanatti_deebinuu?
👇
“Amantoonnis
barsiisa ergamootaatti,
tokkummaa isaanii cimsachuutti, buddeena cabsachuutti,
kadhata godhachuuttis
qabamanii jiraatan.”
(HoE. 2:42)
Waraabbii armaan olii ☝kana ilaalaa mee!
Daandiin milkii inni guddaan sun
1. Barsiisa ergamootaatti cimuu.
Kun tokkoffaadha, macaafa qulqulluu yeroo hundumaa barachuun yeroo hunda ergaan raajii #online sitti dubbatama, ni hojjetamta ni jijjiirramtas, nama ga'aas taata.
(2Xim. 3:16-17). Har'a namni barsiisa macaafa qulqulluu akka tokkoffaatti barataa, dhaggeeffataa jiraa?
Moo waanuma badu ari'uuf waldaatti deddeebi'aa?
2. #Tokkummaa_#cimsachuu.
Kadhata gooftaan keenya Yesuus Kiristoos isa dhumaa yeroo gara fannootti deemuuf jiru dubbate sana yaadannaa? (Yoh. 17:22)
Meerreree tokkummaan?
Hafuura gargar ba'uutti gammadutu nu guute moo akkamii? Itti yaadaa mee?
3. #Buddeena_cabsachuu/irbaata qulqulluu/ Isin yeroo yerootti tokkummaa amantootaa wajjin taatanii irbaata qulqulluu fudhattuu? Moo ni baqattuu?
Waldaa ati keessatti waaqeffattutti namoonni duubatti hafanii irbaata qulqulluu fudhatanii tokkummaa qulqullootaa keessa jiraachuun isaanii mul'atu meeqaa?
4. Kadhata godhachuutti cimuu.
Kadhannaan sonba kiritiyaanaatim. Waaqayyotti dubbachuu fi waan Waaqayyo dubbatu dhaga'uu dha.
Egaa lakkoobsuma 42 sana keessatti wantoota gurguddoo 4n kana argina. Isaan kunneeniin dabaalamnee deemnaan, maaltu ta'aa?
(2:43-47)
👉 Dinqiin fi milikkinni guguddaan ni ta'a.
👉 Sodaatamuu Waaqayyootu ta'a.
👉 Tokkummaa ajaa'ibsiisaabture /nama akka mataa ofiitti jaallachuu/
👉 Lubbuu haaraan yeroo yerootti itti dabalamaa ture.
Eebbifamaa!