✍️Dubbii waaqayyoo kun jiraataa ta’uusaa waaqayyo har’as humna hafuura qulqulluudhaan hojjechuun yesuus kiristoos humna Waaqayyoo ta’uusaa mirkaneessaa oola.
📖 2 QOR 2:17 “Nuyi akka warra Waaqayyo biraa ergamaniitti karaa Kristos fuula Waaqayyoo duratti garaa guutuudhaan dubbanna malee, akka namoonni baay'een dubbii Waaqayyoo mi'a harkatti gatii dhabe fakkeessanitti miti.”
Ameeen.