🗣️ Dubbiilee Hayyootaa
1. Maartiin Luuter Kiing: ✉️
2. Maahatama Gaandii: ✉️
4. Maazer Tereezaa: ✉️
@Barruu_Beektotaa 📔
1. Maartiin Luuter Kiing: ✉️
- Dukkanni dukkana hin balleessu, ifa qofatu balleessuu danda’a. Jibbi jibba hin balleessu, jaalala qofaatu balleessuu danda’a.
– Humni guddaan diina ofii ofitti firoomfachuu nama dandeessisu jaalaladha.
– Jaalalatti qabamee jiraachuuf murteesseen jira. Jibbi ba’aa ulfaataadha.
2. Maahatama Gaandii: ✉️
- Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yeroo hundumaa yaadota kee qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii ta’uuf jira.3. Abrahaam Liinken: ✉️
– Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko ta’udha.
– Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu.
– Eenyummaa koo guutummaatti ibsachuuf bilisummaa na barbaachisa.
– Namni dadhabaan dhiifama gochuu hin danda’u.Kan dhiifama godhu haala nama jabaadha.
– Qooda ijaa iji haa ba’u kan jedhu, guutummaa addunyaa jaamaa godha.
- Dhuma irratti kan siif lakkaa’amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jirudha!
– Abjuun koo, Amerikaan abdii adduunyaa kanaa yeroo taatu arguudha. Miilli kee bakka sirrii dhaabbchuusaa mirkaneeffadhu, isa booda qajeelii dhaabadhu.
– Muka kana akkan muru sa’atii ja’a yoo naa kennitan, jahan keessaa sa’atii afran qottoo koo qarachuudhaanan dabarsa.
– Kan na yaaddessu Waaqayyo nu cina dhaabachuu isaa miti; guddaa kan na yaachisu nuti toora Waaqayyoo irra dhaabachuu keenyadha, Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha waan ta’eef.
– Tooftaan cimaa diina ofii itti balleessan, fira ofii godhachuudhaani.
– Yeroo murtaa’eef namoota hundumaa ykn namoota muraasa gowwomsuu dandeessa ta’a, garuu yeroo hundumaa gowwomsuu hin dandeessu.
– Abbaan abbaa kootii eenyuyyuu yoo ta’e dhimma koo miti. Kan na yaachisu ilmi ilma isaa eenyu ta’uuf akka jirudha.
4. Maazer Tereezaa: ✉️
- Waaqayyo akka milkoofnu nurraa hin eegu, akka nuti milkaa’uu yaallu qofa nurraa eega.
- Namoota dhibba tokko nyaachisuu yoo dadhabde, nama tokko nyaachisi!
@Barruu_Beektotaa 📔