"Arteficial intelegence" Taphattoota kubbaa miilaa osoo taphataa tahuu baatanii hojii akkamii hojjetu kan jedhu bifa armaan gadiin raageeraa!! 👇👇
Cristiano ronaldo
osoo taphataa tahuu baatee gymer tahaa jechuun raagee.😌
Leonel messi
Osoo taphataa tahuu baatee nama hoteela keessa hojjetudhaa.😳
Erling haaland
Osoo taphataa tahuu baatee qonnaan bulaa tahaa.
Cole palmer
Osoo taphataa tahuu baatee nama qurxummii kiyyeessuu tahaa.
Neymar jr
Osoo taphataa tahuu baatee daldalaa tahaa.
Akkas jechuudhaan Arteficial intelegence raaga isaa kaaheera.
⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🛎