Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
😪😪
Godina Gujii Aanaa Waadaraatti daa’imni dhiiraa ganna shanii miseensa Raayya Ittisa Biyyaa jechuun ibsameen gudeedamuu maatiin VOA’f himan. Aadde Baddeesoo Beqqelee, haati mucaan isaanii miiidhaan irra gahuu VOA’f himan, miidhaan kun Sadaasa 20, bara 2017 daa’ima isaanii irra ga’uu ibsanii, mucaan dhiiraa isaanii kan ganna shanii rakkoof saaxilamuu dubbatan. Poolisiin Waadaraa dhimmichi Abbaa Alangaa waliin qoratamaa jira jedha,