Galma Ga'uuf
Baanee manaa
Rakkoo maraaf
Obsuu Qabnaa
Kaayyoo keenya
Ni Dhaqabnaa
Milkii Booda
Ni Dubbannaa
Akkas Gochuun
Wol Hubannaa
Bu'aaf Bahii
Ni Dubbannaa
Oollee Bullee
Iyyaafannaa
Seenaa Irraa
Waa Barannaa
read the story
✍️Musaab Naasir
@Musaab_Naasir☔️
Baanee manaa
Rakkoo maraaf
Obsuu Qabnaa
Kaayyoo keenya
Ni Dhaqabnaa
Milkii Booda
Ni Dubbannaa
Akkas Gochuun
Wol Hubannaa
Bu'aaf Bahii
Ni Dubbannaa
Oollee Bullee
Iyyaafannaa
Seenaa Irraa
Waa Barannaa
read the story
✍️Musaab Naasir
@Musaab_Naasir☔️