Hirrachuu Humna fayyisuu Qorichootaa (lower potency)
Qorichoota expiry isaanii dura fudhachuun faayidaa inni kennu keessa inni tokko carraa dhukkuba fayyisuu isaa dabaluu dha.
Haatau malee qorichi tokko yeroo dheeraAf #sheelfii irra yeroo taru ykn expire godhu humna fayyisuu isaa dhabaa deema jedhama.
Sababa kana keessaa inni guddaan #chemical rxn uumuu isaati..
Qorichoonni functional group #amine, #ester, imine, #phosphate qaban keessattuu hydrolysis dhaaf saaxilamoodha.
Doosii qorichaa dabaluun immoo balaa qaba!;
👉Qorichoota hydrolysis dhaaf baayyee saaxilaman isaan functional group armaan gadii qabani akka fakeenyaatti haa kaafnu
Alert:
Fkn tokko fudhadhaa #Amoxicillin _Syrup kan qophaa'u bifa #powder ta'eeni.
👉kanaaf shiroppii Amoxicillin altokko baname yeroo dheeraaf keessanii fayyadamtu taanaan potency isaa waan dhabuuf ykn hirratuuf, dhukuba sana fayyisuu hin dandau.

chemical rxn isaan hangafa keessaa #Hydrolysis fi #oxidation isaan ijoo dha
Qorichoonni functional group #amine, #ester, imine, #phosphate qaban keessattuu hydrolysis dhaaf saaxilamoodha.
Qorichi hydrolysed tae tokko ykn hin fayyisu ykn doosii dabalii na kenni siin jedha
Doosii qorichaa dabaluun immoo balaa qaba!;
👉Qorichoota hydrolysis dhaaf baayyee saaxilaman isaan functional group armaan gadii qabani akka fakeenyaatti haa kaafnu
👉imines- (diazepam)
👉acetals (C(OR)2)- digoxin
👉sulphates(ROSO3 –) heparin
👉phosphate (ROPO32–) hydrocortisone sodium phosphate...
Alert:
Diazepam doosii dachaa heddu kennite jechuun #respiratory #depression uumtee dhukubsataa #ukkaamsitee ajjeefte akka jechuuti.
Gama birootiin qorichoota #amide structure qaban keessa beta lactams isaan tokko.
Fkn tokko fudhadhaa #Amoxicillin _Syrup kan qophaa'u bifa #powder ta'eeni.
sababni: Bifa syrup tiin yoo qophaae dafee waan hydrolysed ta'uufi