#Ofii_keessaniif_gaarii_ta'aa!
Qajeeltowwan jireenya guyyaa guyyaaf ta'u
1. Erga dogongortee booda dhiifama ofiif godhi abdii duraan qabdu deebifadhu.
2. Guyyaa dheeraa hojii erga hojjettee booda boqodhuu humna kee haaromsi.
3. Maallaqa argattu irraa wantoota si barbaachisuu fi barbaadde bitachuun of kunuunsi.
4. Ba'aa namootaa humna keetii ol hin baatin.
5. Nama beekees ta'ee osoo hin beekin irra deddeebi'ee si miidhu irraa of eegi.
7. Nama sirriitti hin beeknee fi amala isaa hin qoratamneef of hin saaxilin.
Of qajeelchuu kana hunda gidduutti, safuu maatii fi hawaasa itti gaafatamummaa qabdu irratti amanamummaa qabdu gonkumaa hin dhiisin!.
Galatooma!