Yaa'iin waggaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa har'a ganama marii gareetiin ture, yeroo ammaa galma walgahii guddichatti itti fufe.
Hoggantoonni yaadotaa gareewwan irraa ka'an bakka pireezidaantiin baankii daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo jiranitti dhiheessaniiru.
Keessayyuu tajaajila maamilaaf kennamuu fi hariiroo jiru, qabeenya maddisisuu fi kan jiru sirnaan fayyadamuu irratti hanqinni akka jiru marii irratti ka'eera.
Gama biraatiin immoo muuxannoo gaariin maamila sirnaan tajaajiluu irratti dameelee tokko tokko bira jirus ka'eera.
Yaa'iin kun boru bakka boordiin daarikterootaa argamanitti ni xumurama jedhamee eeggama.