Jabinni Dhaabbilee Hundaa Jabina Itoophiyaati – Mu’aaza Xibabaat Diyaaqoon Daani’eel Kibrat
******************************
Jabinni Dhaabbilee Hundaa Jabina Itoophiyaa waan ta’eef dhaabbileen miidiyaa qindoominaan hojjechuun jabina isaanii cimsachuu akka qaban Gorsaan Dhimma Hawaasaa Muummee Ministiraa Mu’aaza Xibabaat Diyaaqoon Daani’eel Kibrat dubbatan.
Korporeshinii Biroodkaastiingi Itoophiyaa (EBC) riifoormii dijitaal miidiyaa irratti hojjeteen bu’aa argamsiiseen dhaabbilee biroo irraa beekkamtii argateera.
https://web.facebook.com/etvafaanoromoo/posts/pfbid02Z8dZeAFNmrbt5Z7j6UVV7v6fSGdHN5gcz4rebpfqBAu9GaMrjzos5YMaDNDViHGWl?__cft__[0]=AZVc0T7L8D0Cre5eWydvkr5CicdlOqaBsOF8HsygQ2VP1ILUpwGpPXairRAyiGzxoa3_eFb_BMWWQ8jezKlnfCHZ-FdGFOxigv1JxBNSAVp__OPYms9H0ENbLmz90kmJMyOKHAU-okXFwdDG5KKNE4Mi&__tn__=%2CO%2CP-R