Sagantaan hambaalee seenaa, aadaafi uumamaa Itiyoophiyaa beeksisuu Waashingitan DC’tti gaggeffame
***************
Sagantaan hambaalee seenaa, aadaafi uumamaa Itiyoophiyaa keessa jiran beeksisuurratti fuulleffate kan qopheesse Imbaasii Itiyoophiyaa Ameerikaa Waashigitanitti argamu ta’uutu ibsame.
Kaayyoon sagantaa kanaas iddoowwaan hawwata turiiziimii Itiyoophiyaan qabdu lammiilee Ameerikaatti beeksisuun dhufanii akka daawwataniif hubannoo uumudha jedhame.
Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Binnaalf Andualem, Itoophiyaan bakka argama dhala namaa, qaroomina durii, biyya buna Arabikaa addunyaaf gumachiteefi hambaalee seenaa UNESCO’n galmaa’an hedduu akka qabdu ibsaniruu.