Guy's Free internet wajjiin kan walqabatu oduu wayii olif gadi fiigaa jira channel garaagaraa irraa anis wanti odeffamaa jiru sirritti qorachaan oole.innis maal ture liqii nama irratti lakka'a jechaa jiru garuu amma ammaatti wanti adda ba'e hin jiru soba garuu isin of eggannoo gochuu qabdu waan kamiifuu. Me isin gidduutti akka inni isin irratti lakka'e ilaala liqii.
Kan isin gochuu qabdan of eeggannoodhaf erga data keessan http injector ykn app kan biroo dhan active gootani booda vpn kanneen akka pispon pro connect gochuun of eeggachuu dandeessuu...
Guy's in rifatinaa homaa miti waan tokko nu gochuu hin dandeessuu Telen.