Heni Tech


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


✅ TELEGRAM CHANNEL KEENYA
IRRAA ODEEFFANNOO FREE INTERNET WAJJIN WALQABATANII FI KANNEEN BIROO AFAAN OROMOON NI ARGGATTU.
✅ FREE INTERNET APK
✅ FREE INTERNET FILE
✅ TECH INFO &
✅ OTHERS...

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Warri app Linklayer hin qabne link isaa kunooti buufadhaa..

Buufachuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.linklayer


App Linklayer namni hin beeknee jiraa guys??

Yoo jiraatef link isaaf logo isaan isiniif maxxansa.


HENI_TECH FREE .lnk (1)
6.1Kb
✅File kanaan interneetii bilisaa fayyadamuu dandeessuu!!

✅Stepin isaa kunooti!! 👇👇

1. App Linklayer play store irraa buustu.

2. File asii olii kana erga download gootani booda Linklayer app tti import gootu

3. Erga connect gootanii booda video 📷 Ani isnif maxxanse sana irra mb 2 hanga mb 2 buustu

4 Kana booda vpn connect gotan san disconnect gotu daatan bilisaan isiniif hojjetaa!! 🤩

React 🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰


REACT GUY'S

💥💥💥💥💥💥💥
UPLOADING FREE INTERNET OO BALANCE FILE...


free internet 00 balance

Speed isaa ajaa'iba active gochuufis akka kan http injector nama hin rakkisu.

Uploading... On Linklayer app

Warri Linklayer app hin qabne play store irraa buufadhaa.


GOOD MORNING FAMILY 🌞🌅


GOOD NIGHT FAMILY 😴 💤💤


📣Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii @Heni_Tech Hundaaf...

📊Akka imaammata (policy) telegram haaraa ba'etti, miseensonni chaanaalii kana MUTE gootan akka waan chaanaalii kana keessa hin jirreetti ilaalama.  kanaafu, UNMUTE gochuun nu hordofaa.

✅Waan nuti maxxansinu yoo ilaalaa jirtu ta'ellee yoo chaanaalii kana MUTE gootani jirtu ta'e akka ilaaltanitti hin lakkaa'amu. 

✅Akkuma suuraa irratti mul'atuutti..
MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa!!

✅UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa.

👍Filannoo keessan yeroo maraa waan nu taasifattaniif galanni keenya guddaadha!!

🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝
https://t.me/heni_tech
https://t.me/heni_tech
🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝


WARRI KUN HUNDUMATU ISNIF HIN GALLE IMMOO KARAA SALPHAA TA'EE TOKKO AKKAATAA ITTI ISIN ITTI FAYYADAMUU DANDEESSAN ISNIFAN GADI DHIISA.

Garuu hirmanna keessan gadi bu'adha.. react hin jiru garuu malif.
react in bitama mo. guy's in tolu wanti akkasii... namni baayyeen ilaalema dhiisaa jira post keenya.isin dabbare moo free internet 😔😔😔😔


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Video kana irraa mb5 hanga mb10

Buusaa sana booda vpn disconnect godhaa Free internet vpn tokko malee fayyadamaa.


👆👆👆👆👆👆👆👆👆
NAMOONNI FREE INTERNET
AKKATAN ITTI FAYYADAMAA ISAA ISINIIF HIN GALLE VOICE MESSAGE KANA SIRRIITTI DHAGEFFADHAA!


HENI_TECH MAYYA.ehi
10.3Kb
MAYYA PACKAGE 5BIRR 2GB FILE

HTTP INJECTOR APP
FAST SPEED
1 WEEK


HENI_TECH (4).npv4
1.9Kb
MAYYA PACKAGE 5BIRR 2GB FILE

NPV TUNNEL APP
1 WEEK
FAST SPEED


MAYYA PACKAGE 5BIRR 2GB FILE

NPV TUNNEL &
HTTP INJECTOR APP

UPLOADING.....


HENI_TECH FREE (1).ehi
15.8Kb
FREE INTERNET OO BALANCE FILE

HTTP INJECTOR APP
2 DAYS
FAST SPEED

warri file ani kaleessa gadi dhiise isnif hojjechuu dide file kana fayyadamaa ni hojjeta..

React....


FREE INTERNET OO BALANCE

FILE & MAYYA PACKAGE FILE

UPLOADING....


GOOD MORNING FAMILY 🌞🌅


GOOD NIGHT 😴😴

HALKAN GAARII


HI GUYS APP KAN ARMAAN GADIITTI ANI LINK ISINIIF KA'E KANA BUUFADHA.SABABANI ISA IMMOO YEROO AMMA KANA FILE FREE INTERNET APP KANA IRRATTI BAAYINAN HOJJEDHEE ISNIF GADI DHIISAA WAN TA'EEF.

WARRI ITTI FAYYADAMAA JIRTAN IMMOO OSOO REACT HIN GODHIN BIRA HIN DARBINAA.

BUUFACHUUF
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.evozi.injector


FAMILY FILE FREE INTERNET ANI ISINIF HOJJEDHE GADI DHIISE ISINIF HOJECHAA JIRA MITII?

😍😍😍
👍👍👍
❤️❤️❤️
😘😘😘

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.