ππ
ππππππππ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β
β Of hubachuun waa'ee ofii kee beekumsa guutuu qabaachuudha. Adeemsa jireenyaa keessatti yaadrimee kana olkaastee itti fayyadamuun akkaan barbaachisaadha.
β "Fedhi koo maali?
β Yaadi koo?
β Maalan barbaada?
β Ani wanta namoota biroo irraa adda na godhu maalan qaba?
β Dandeettiin koo maal?
β Maalan hojjechuu barbaada?
β Maal qabaachuun barbaada?"
β Gaaffileen kun gaaffilee Of hubachuuf gaafatamaniidha. Gaaffilee kanaaf deebii sirrii qabaachuun, fiigicha jireenyaa kee milkeessuuf ati taasiftu keessatti dhimma murteessaadha. Of beektee isa ta'uu barbaaddu taatee argamuuf, gaaffilee kanaaf xiyyeeffannoo kennuun duubatti harkifannaa jireenya kee mudatu kamirraayyuu si oolcha. Gaaffileen armaan olii waa'ee ofii kee fakkii sirrii (right image); akka qabaattuuf gargaaru. Kun immoo jireenya kee keessatti madda humnaa fi anniisaa ta'ee si gargaara. Yeroo kana daandii milkaa'inaa irratti gufuu si mudatu kamiifuu deebii sirrii laatta. Fiixee milkaa'inaa irra qaqqabuu kan dandeessu haala kanaan.
β Kanaaf ofii keef hubannoo sirrii qabaadhu! Jireenya kee utubi! Beekumsi kee, muuxannoon kee, ga'umsi kee akka si gargaaruuf ogummaa fayyadami! Fuulduree keef abdii ta'i! Of hubadhu!
β @Hayilug2016
@Hiikaayaadaa