Jechoota Hayyoota Addunyaa
1) Namoonni hedduun gorsa yoo fudhatanillee,kanneen itti
fayyadaman beektoota qofa.(Thomas Takias)
3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(W. sheekispir)
4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa
harโaa balleessuudha.(Maaksim Troobey)
5) Cabbii caalaa addaattullee, urjii caalaa yoo
qullooytellee, ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.(W.shekispir)
6) Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru.(Morookoo)
7) Nama carraa qabu galaanatti yoo darbanillee
qurxummii afaanitti qabatee baha.(Araba)
8) Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha.(chaayinaa)
9) Daandii bakka yaadde si geessu osoo hin beekiin
adeemsa hin jalqabiin.( Ingilizii)
10) Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu dandaโu qofa
hawwu ammoo nama ogeessa.(Aayilaandii)
11) Namni dogoggora isaa mulโisee himatu akka nama
kosii manaa haruuti.(Mahatama Gaandii)
12) Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha.(A. Liinkan)
13) Namni hanguma gammachuuf of qopheesse gammada.(Abirahaam Liinkan)
14) Nama biroof hin yaannu yoo tahe,waan
namaaf gochuu dandeenyu yoo dhiifne burqaa
gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna.(Rey Liiman Wiilber)
15) Gammachuu fi shittoon walfakkaatu.Hogguu namaaf
biifan ofiifis ni urgeeffatu.(Waaltoo Imarsan)
16) Maallaqni
ยฉ nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu.
โ Qoricha malee fayyaa hin bitu.
โ Hordoftoota malee hiriyaa hin bitu.
โ Hojjattoota malee Amanamtoota hin bitu.
(Heenriik Ibsan)
17) Waanti nuti sodaachuu qabnu sodaa qofa.(Franklin Ruzvelt)
18) Akkuma Baayโinni rifeensaa fi copha bokkaa,
beekuun hin dandayamni baayโinni rakkinaas sammuu
nama mulโataa xureessuu hin dandaโu. Namni akkasii
madaala jireenyasaatii ni eega.(Seeneka)
19) Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne
namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mulโachuu hin dandaโu.(Konfiishiyees)
20) Sodaa kee of keessatti dhokfadhu. Dhimma biraa garuu
hiriyoota keetiin mariโadhu.(Robert Luis Stevens)
21) Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf
aangoo qaba.(Andire Morwa)
22) Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni
ofiisaa injifatu ammoo nama hundumaa caala.(Laawoo 8ffaa)
Kan Dubbisnerraa.
%%%%%%%%%%%%%%
๐ขJOIN & ๐SHARE
โโโโโโโโโโโ
๐JOIN: @hiikaayaadaa