Gaa'ela 𓆩♡𓆪 Marriage dan repost
🔥 #Dargaggootaaf 🔥
🍔 Jaalallee kee affeerraa irbaataa taasisuun tursiisuuf hin yaalin! 🎂
🙏 Waamichii fi kunuunsi guddaan jaalallee gara #shaakala_hafuuraatti fiduudha.
🎁 #Kennaa_jaalalaa waliif kennuu ni dandeessu, jaalalli keessan garuu kennaa irratti hin hundaa'in! Sababni isaas, walitti dhufeenyi kennaa irratti hundaa'e gaafa #kennaan sun xumuramu xumurama!
👆 Share gochuun hiriyoota jaalattaniif dabarsaa! ✅
🩷 @Gaaela_Gaarii 💞
@marriage_counseling
Yaadaaf 👉 @Gaaelabot