π¨βοΈ Mo Salah haala kontiraata isaa irratti: βDhugaa dubbachuuf... sammuu koo keessa jira. yeroo kanatti taphni ani Maan Siitiif taphadhe kun tapha koo maan siitii waliinii isa dhumaa Liivarpuuliif taphadhe waan taβeef, itti gammaduu qofa ture.Asitti sekondii hunda nan gammada. Liigicha qofa injifachuun waan taβu akka ilaallu abdiin qabaβ, jechuun Skyβtti himeera .
Share β‘οΈ@oduu_isporti
Share β‘οΈ@oduu_isporti
Share β‘οΈ@oduu_isporti
Share β‘οΈ@oduu_isporti