Waggaa Darbe
Isa:- Damma koo anaafi si'i maaltu adda nu baasuu danda'a?
Ishee:- Du'a qofatu gargaar nu baasa
Barana
Isa:- Du'a qofa kan gargar nu baasu hin jennee maalif na dhiistee deemte?
Ishee:- Du'a eenyuu akka ta'e waan hin murteessiniif Adaadoon kiyya duuteetti sanaaf adda baane.
😂
@Qoosa430