Edaa rafuuf gara kutaakotti yeroon ol seenu sireekoorra teessiyyun arge, sanaan booda nan rifadhe ๐ณ achii malaan jedheen akka namni ol natti hin seennef barriin qollofee, suuta jedheen kopheekoo baafadhe ibsaa dhaamsen sireerratti ishee qabadheen ol sukkuume gadi sukkuumen gaafashen narkatti laafte of wallaaltun tafkittii ajjeese ๐
Shareโฌ @qoosaa_oromoo
Shareโฌ @qoosaa_oromoo
Shareโฌ @qoosaa_oromoo
Shareโฌ @qoosaa_oromoo