1 Gaafa utaalloon si qabu Waan ho'aa nyaatta. Innimmoo garaacha si dhukkubsa.
2 Garaachakee fayyisuuf immoo Waan qabbanaayaa nyaatta innimmoo Taayifooyidii si qabsiisa . ๐ญ
3 Taayifooyidiirraa fayyuuf Waan gubaa nyaatta innimmoo Ammas garaacha si dhukkubsa. ๐ญ
4 Amma immoo nyaatuma lagatta
Hin huuqqatta lafarraa badda.โ ๏ธ
5 milishaan karaarratti sitti dhufa .eessa haadhakeetti huuqqatte caakkaa turtee jedhee SI tuma si caccabsa
6 Alanammoo qaamakee hundasaa sidhukkuba.๐ญ
7 Fayitee si'ii bakkee keessa deemuu !
Qabamtee mana hidhaa seenta!!
8 Achi keessattis nyaata qabbanaaye nyaattee,!! Taayifooyidii keetti ,deebita๐ญ
9 Akka Kanatti dhukkuba wajjiin degree 360 ofirra naannofta Kun Biyya ixoophiyaa jedhamtu keessatti
Shareโฌ @qoosaa_oromoo