Soba Yeroo Ijoolluumma Sobamaa Turtan Keessaa Kam Yaadattu๐
Ani Isheesaan Yeroo Nuyi Ija Burtukaanaa Liqimsinu Beqqaa Si Keessatti Biqilee Si Ajjeesa Ykn Immoo Bara Eger Achi Keessaa Cirannee Nyaanna Malee Gabaadhaa Burtukaana Hin Binnu Jedhanii Nu Naasisan Sana Yoomiyyuu Hin Dagadhu๐ฅน๐
Mee Soba Orginaalasaa Sobamaa Turre Nu Yaadachiisaamee๐
Shareโฌ @qoosaa_oromoo