Si’a 8ffaaf halkan edaa naannoo sa’a 7:00 tti kirkirri lafaa bakkoota garaa garaatti mudateera.
Kirkira kana adda kan taassisu, kirkiroinni haga ammaa Maagnitiyuudi 5 fi isaa gadi yommuu ta’an, inni kun ammoo daran hammaachuun Maagnitiyuudii 5.1.
Akkasumas kirkirichi akka kanaan duraa Fantaalleerraa osoo hin taane kan madde naannoo Amaaraa , Debre Siinaa irraati.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡