Balaan Ibiddaa kutaa magaalaa Booleetti mudate ture to'atamuun ibsame.
Balaan Ibiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 12tti mudatee ture to'atame.
Balaan kun har'a naannawaa sa'aatii 11:10tti mudachuu Komishinii hoggansa sodaa balaa magaalichatti oggeessi hariiroo Uummataa Obbo Nigaatuu Maammoon himaniiru.
Hirmaannaa cimaa taasifameen balichi miidhaa caalu osoo hin qaqqabsiisin to'achuun danda'amuu ibsaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡