Kaleessa Jimaata Affaaritti Diroonii Jibuutii irraa daangaa cabsuun lubbuu lammiilee Itoophiyaa galaafatte.
Jibuutii irraa daangaa Itoophiyaa qaxxaamuruun horsiisee bultoota baay’ee godina Eliidaar Si’aaruu keessatti ajjeesuu odeeffannoo maddoota garaa garaa irraa arganne ni mullisa.
Naannoo Affaar Godina Eliidaaritti haleellaa Diroonii Jibuutii irraa dhufeen namoonni kudhan du'uu fi kanneen biroo hedduun madaa'uu odeeffanneerra.
Haleellaa kana irratti mootummaan haga yoonaa ibsa hin kennine.
Jiraattoonni akka jedhanitti “haleellaa kana kan raawwate mootummaa Jibuutiiti”, ta’us garuu haga yoonaa ibsi mootummoota lamaanuu irraa kenname hin jiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡