Qormaanni ba’iinsaa sagantaa digirii jalqabaa biyyoolessaa har'a xumurama.
Qormaanni guyyaa 5ffaa; Qormaanni narsii ganama har'aa sa'aatii 2:30 irraa eegaleen kennamaa jira.
Sababa salaata juma’aaf qormaanni ganama sa'aatii 5:30 irratti eegaluuf ture gara sa'aatii 7:30tti kan siqe yoo ta'u, qormaanni sa'aatii 8:30 irraa eegaluuf ture ammoo gara sa'aatii 10:30 tti ce'eera.
Qormaanni ba’iinsaa xumuramee guyyoota itti aanan keessatti bu'aan ni ifooma jedhamee eegama.
Gama biraatiin barsiisota sagantaa gannaatiin ogummaa barsiisummaatiin leenjii dippiloomaa hanga digirii tokkoffaa fudhachaa turaniif boru Dilbata gurraandhala 1/2017 qormaani akka kennamu beeksifameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡