Cooperative Bank of Oromia dan repost
Firiiwwan Imala Waggoottan 20!
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, imalasaa waggoottan 20 keessatti milkaa'inoota hedduu akka galmeesse, Hoji-Raawachiisaa Olaanaan Baankichaa, Obbo Darribee Asfaaw ibsaniiru.
Milkaaโinootni kunneen keessaa warreen ijoonแก
- Ji'a tokko qofa keessatti Qarshii Biiliyoona 25.3 walitti qabuun Olkaawwannaa waliigalaan Qarshii Biiliyoona 169.45 ga'uu,
- Qabeenya waliigalaan Qarshii Biiliyoona 189.4 qaqqabuu,
- Baayโina maamiltootaan Miiliyoona 14.5 kan gaโe,
- Baankii Abbaa dameelee 745 ta'uu,
- Hojjachiisaa lammiilee 15,357 taโuu,
- Kenna Liqii qabsiisa maleetiin Qarshii Biiliyoona 20 liqeessuudhaan daldaltoota dhuunfaafi IMX Miiliyoona 1.2 akka harka qabe,
- Gama Tajaajila Baankii Dijitaalaan, karaa Kooppeey I-birri qofa maamiltoota Miiliyoona 17 horachuun Qarshii Tiriiliyoona 3 ittiin sochoosuudhaan baankii daran guddaa taโuusaa raggaasiseera.
แจ20 แแแณแต แแ แแฌแแฝ!
แจแฆแฎแแซ แ แฅแจแต แฅแซ แฃแแญ แ 20 แ แแณแต แแแ แ แญแซแณ แตแฌแถแฝแ แแตแแแแกแ แจแฃแแซแฝแ แแ แฅแซ แ แตแแแ แ แถ แฐแญแค แ แตแแ แแแแแแข
แจแแแ แตแฌแถแฝ แแตแฅ แฅแแต แแ แ แแณแญ แจแแแตแ แแแแณแต: -
- แ แ แแต แแญ แฅแป 25.3 แขแแฎแ แฅแญ แ แแฐแฅแฐแฅ แ แ แแแญ แฐแแแญ /deposits/ 169.45 แขแแฎแ แแตแจแฑแค
- แ แ แแแญ แแฅแฑ แฅแญ 189.4 แขแแฎแ แแตแจแต แแปแแฃ
- 14.5 แแแฎแ แจแฐแแ แแฝ แฅแแต แแแญแฃ
- แจ745 แ แญแแซแแฝ แฃแแคแต แแแแฃ
- แจ15,357 แแแฝ แ แฐแช แฃแแญ แแแแ แแปแแค
- แซแ แแแ แแตแซแฃแฃ 20 แขแแฎแ แฅแญ แ แแ แฐแญ 1.2 แแแชแ แฅแซ แแฃแชแแฝแ แฅแแ แ แฅแ แ แแตแฐแ แแแต แแญ แจแฐแฐแแฉ แแแถแฝแ แแตแจแฑแค
- แ แแฃแญแ แฃแแชแแ แ แแแแแต 17 แแแฎแ แจแฎแแญ แข-แฅแญ แฐแ แแ แ แแแซแตแฃ แจ3 แฒแชแแฎแ แฅแญ แ แแญ แแแแณแแต แจแปแ แแแ แฃแแญ แแแแ แ แตแแตแญแฏแแข
#CoopbankGrand20thAnniversaryCelebration #LegacyOfSuccess #Coopbank #Coopbank20thAnniversary #20YearsOfGrowthAndEmpowerment #Project20For20 #SheratonAddisHotel #Ethiopia