Awash Insurance dan repost
แ แแฝ แขแแนแซแแต แจแแแฑ แแญแฅ แฐแซแแ แขแแนแซแแต (แขแตแแแญ แขแแนแซแแต) แ แแแแแต แ แ
แซแข แ แแแ แฐแธแแ! แฉแฃแแซแฝแ แ แแแซแฝแ แแแแแญแซ แแ แ แฐแซแแฐแ แจแแแ แ แแ แจแแแต แแ แจแแญแแแต แฎแแแจแแต แฅแ แจแฅแแ
แ แแญแ แแฅแญ แแญ แจแแแฑ แแญแฅ แฐแซแแ แ แแแแแต แ แ
แซแข แ แแแ แแธแแแ แตแแแแฝ แ แณแแ
แฐแตแณ แแแกแก แญแ
แฅแแ
แ แแณแซแแ แ แแแแแต แแตแแแต แฅแ แจแแ
แ แจแฐแฃแฝแแ แจแฐแซแแ แ แแแแแต แแแแต แแแแแต แซแแแ แแญแ แแแต แจแแแแฝ แฒแแ แฅแแฐ แแ แแแ แ แจแแฐแ แจแ แแแแแต แฅแซแตแ แ
แแฅแแ แจแฐแแ แแปแฝแแ แแแแต แแแแแต แ แฐแ แแแ
แแแแฝแแ แฅแแจแแแฃแแแกแก แฅแแณแ แฐแต แ แแฝแ แฅแแณแ แฐแต แ แแ!
*************************************
Konfaransii Faayinaansii dhala irraa bilisaafi Sagantaa beekkamtii sadarkaa idil addunyaa yeroo jalqabaatiif biyya keenyatti adeemsifamerratti, dhaabbanni keenya Inshuraansiin Awaash badhaafamuu isaatiin gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Sagantaa kanarratti Tajaajjilli Inshuraansii Salaam Takaafuul dhaabbanni keenya kennu kan fedhii maamilootaa giddugaleeffate taโuu isaatiif beekkamtii argateera. Beekkamtiin kun kutannoo dhaabbanni keenya tajaajila Inshuraansii fedhii hawaasaa giddugaleeffate babalโisuuf qabu kan ibsuudha! Baga Gammaddan! Baga Waliin Gammadne!