🐹BU'AAN SEASON 1FFAAN HAMSTER XUMURAMEE JIRA.
🐹Ibsaa bal'aa warra hamster baasaan kana fakkata haga dhumaa dubbisaa.
➡️September 26, 2024 irraa eegalee namoonni miliyoona 300 ol Hamster Kombat tti makamanii jiru.
➡️Miiliyoonni 131ammoo September 26 airdrop kana buusuuf ga'umsa kan qaban yoo ta'u naannoo miliyoona 2.3 ammoo akka gowwoomsitootaatti dhorkamani jiru.
➡️Fayyadamtoonni gahumsa qaban miliyoona 30.6 ta’anis yeroo xumuraa dura garuu mala baasuu ykn withdraw hin filanne.
➡️Ammas tokens claim gochuu dandeessu haa ta'u malee tookiin $HMSTR biiliyoona 100 keessaa %75 hawaasaaf kan qabamedha jedhan.
➡️Hanga kana irraa fayyadamtoonni yeroo airdrop battalumatti %88.75 kan argatan yoo ta'u kanneen hafan ammoo %11.25 erga tarreeffamee ji'a kudhaniin booda vested fi unlock ta'a.
➡️Akksuma tapha kana Season 2 dhufu irratti %15 dabalataan ni gadi bu'a jedhan.