LOOKOO JALAALA dan repost
homaa hin taatu...jabaadhu dhalakoo..' jechaa konkolaata kaafatanii gara mana yaalaatti fuudhanii deeman.
Simboon garmalee dhiphatte. Dhibee tokko malee mana yaalaa geeffamaa jiraachuunshee garaashee raase. Achitti immoo qorannoon yoo godhameef Abbaanshee ulfa ta'uushee hubachuun waan hin hafnedha. Adam irraa ulfaa'uunshee baramnaan immoo, yeroo lammaffaaf wanti hin yaadamne Uumamuu danda'a.
Simboonis kanuma yaaddee dhiphina guddaa keessa seente. Konkolaataa keessatti abbaashee haasofsiisuuf yaalaa jirti. Obbo Kariim garuu dhibee dhokfattee miidhamaa jirti jedhanii waan yaadaniif hammasheen yaala fayyaa argattutti boqonnaa hin arganne. Hospitaala Amiin kan Booleetti argamu geenyaan konkolaataa keessaa buusuudhaan baatanii ol-galchan.
Itti fufa...
#lookoojalaala
#seenaajaalalaa
#join